Har'as Oromoon tokkummaa qofatu isa baasa jedha Nuhoo Goobanaa.

Ibsa waa'ee viidiyoo, Ar'as Oromoo tokkummaa qofatu isa baasa jedha Nuhoo Goobanaa. Na gaafadhaas jedheera.
Maxxanfame

Wallisaa Oromoo beekamaa Nahoo Goobanaa wayita ammaa kanatti birmannaa akka barbadan maatiin beeksiisan.

Haati warraa artisti Nuhoo Goobanaa Aadde Maliikaa Alii, fayyaan Nuhoo Goobanaaf Oromoon akka birmatu gaafatu.