Tuuristiin Lammii Fraans Giyuum, Bishkiliitiin Itoophiyaa keessa naanna'ee daawwachaa jira

Ibsa waa'ee viidiyoo, Tuuristiin Lammii Fraans Giyuum, Bishkiliitiin Itoophiyaa keessa naanna'ee daawwachaa jira
Maxxanfame

Tuuristiin Lammii Fraans Giyuum, Bishkiliitiin Itoophiyaa keessa naanna'ee daawwachaa jira.

BBC'n osoo inni Bishkiliitii isaan gara Laalibalaa imalaa jiru argee dubbise.