Riqicha Uumamaa Hulluuqaa: 'Riqichi Waaqaa iddoo eebbaati'

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Riqichi Waaqaa iddoo eebbaati'
Maxxanfame

Riqichi uumamaa Hulluuqaa (Riqichi Waaqaa) balaaf saaxilamaa jiraachuunsaa yaaddoo nutti uumeera jedhu jiraattoonni magaalaa Amboo.