Magaalaan durii Tarkii Hasaankeef jedhamtu lafa kanarraa baduuf jirti.

Ibsa waa'ee viidiyoo, Magaalaan durii Tarkii Hasaankeef jedhamtu lafa kanarraa baduuf jirti.
Maxxanfame

Magaalaan durii Tarkii Hasaankeef jedhamtu lafa kanarraa baduuf jirti. Hidha elektirikii maddisisu ijaaruuf jecha, harki 90 magalaa Hasaankeef haroo nam-tocheen liqimfamuuf jira. Qeeqxonni garuu masjiida waggaa 600 Al Riizk fi holqaawwan Niiyolotik waggootii 12,000 dura ijaaraman dabalatee hambaaleen waggootii kumaatamaa ni badu yaaddoo jedhu qabu.