'Addunyaarratti dhukkuba namoota 6 hin caalle qofa qabate'

Ibsa waa'ee viidiyoo, Abuul dhukkkuba kanarraa fayyuuf al 25 wal'aansa baqaqasanii hodhuu taasifameeraaf
Maxxanfame

Lammii Baangilaadish dhukkuba epidermodysplasia verruciformis jedhamuun qabame baqaqasanii hodhuu yeroo baayyee booda amma gara hospitaalitti deebi'eera. Abuul Bajandaar dhukkubicha waliin waggaa 20 caalaa jiraateera. Dhiitooowwan gurguddaa harkaafi miilasaarratti bahu.