Doonii fageenyarraa teekinolojiidhaan toa'atamu

Ibsa waa'ee viidiyoo, Doonii fageenyarraa toa'atamu
Maxxanfame

Dooniin Fiinlaanditti argamu kun ofiin yabaluufi ofiin of dhaabuu danda'a. Yeroo balaa namootaan to'atama. Kaampaaniin kalaqe Rolls-Royce jedhama. Kan hafe daawwadhaa.