Kaffaalee Tafarraa: Du'uun barbaada ture, du'uu hin dandeenye

Maxxanfame

Waggoota 12n booda mana hidhaatii kan bahe Kaffaalee Taffarraa, turtii BBC waliin taasiseen haala suukanneessaa dabarse akkasitti nutti himeera.