Kaffaalee Tafarraa: Du'uun barbaada ture, du'uu hin dandeenye

Ibsa waa'ee viidiyoo, Du'uun barbaada ture, du'uu hin dandeenye
Maxxanfame

Waggoota 12n booda mana hidhaatii kan bahe Kaffaalee Taffarraa, turtii BBC waliin taasiseen haala suukanneessaa dabarse akkasitti nutti himeera.