Dhama Nyaata Addunyaa: Foon 'Fa'
Maxxanfame
Ittoon lafee sangaa sa'aatii saddeet guutuuf affeelamu dhangaa beekamaa biyya Viyetnaami. Yeroo biyyattiin waraanarra turte, nyaanni kun foon malees hojjetamaa ture.