Musliimonni Roohiingaa eenyu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Eenyu akka ta'an isaanumti nutti himu
Maxxanfame

Erga jaarrawwaniif Miyaanmaar keessa jiraatanii booda, ummanni isaanii walakkaatti tilmaamamu seenaawwan dirqiin gudeedamuu, du'aatii fi manni jireenyaa gubachuun gara Baangilaadishiitti baqatan.

Garuu Roohiingoonni eenyuudha? Jecha isaanitiin nutti himu.

Kan qophaa'ee Shaaluu Yaadaaviin yoo ta'u, kan waraabee gulaale ammoo Nehaa Shaarmaati