Iccitiin milkaa'inaa mootii Tiktokii Kaabii Laamee maali?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Kaabii Laameen akkamiin hammana beekame?
Maxxanfame

Kaabii Laamee jedhama. Yeroo weerara Covid-19 tiktokiin inni eegaleen guddoo beekame. Garuu, akkamiin yeroo gabaabaatti hordoftoota miiliyoona 116 ta'u horate?