Ganna 5-10 gidduutti Seraaliyoonitti mootara nan kalaqa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Ganna 5-10 gidduutti Seraaliyoonitti mootara nan kalaqa
Maxxanfame

Biyya Seraaliyoonitti barsiiftuu ogummaa teeknikaa umuriin xiqqoo kan taate......waggoota muraasa keessatti mootara ofiisheen kalaquuf waadaa seenti.