Shonkee, qe’ee umrii 900 Godina Addaa Saba Oromoo Dawwaa Caffaatti argamtu

Ibsa waa'ee viidiyoo, Shonkeen Naannoo Amaaraa Godina Addaa Saba Oromoo Aanaa Dawwaa Caffaatti argama.
Maxxanfame

Qe'een Shonkee waggaa 900 dura kan hundoofte yoo ta'u Naannoo Amaaraa Godina Addaa Saba Oromoo Aanaa Dawwaa Caffaatti argamti.

Viidiyoon : Yaadataa Birhaanuufi Habtaamuu Xibabuutin