Qe'een magariisaa tulluu Oggee gad jalaatti argamu qe'ee keessatti dhalataniidha.

Ibsa waa'ee viidiyoo, Qe'een magariisaa tulluu Oggee gad jalaatti argamu qe'ee keessatti dhalataniidha.
Maxxanfame

Hiikaa Awaajii ykn Abbaa Gammachis Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikuun alatti hojiiwwan gurguddoo og - barruu Afaan Oromoo guddisan irratti hojjetaniiru.

BBC'n qe'ee keessatti dhalatan imaluun waa'ee maatii isaaniifi dhaloota isaanii iyyaafateera.