Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Yoo karoora nagaatti wal hin galle Iraan 'balaa hamaatu' eeggata - Tiraamp

Giddugala Bahaatti ergamaan addaa Tiraamp Istiiv Witkoof Ameerikaan ''qabxiilee 15'' waliigaltee nagaaf bu'uura ta'an Iraanitti erguu mirkaneessan. Iraan haalduree ofiin deebii kennuu gabaafamee ture.

Guduunfaa

Iraan dubbachuu sodaattee malee nu waliin mariyataa jirti jedhe Tiraamp

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

Ashamaa!

Tamsaasa kallattii guyyaa har'aa eegalleera.

Doonaald Tiraamp Iraan dubbachuu sodaattee malee "nu waliin mariyataa jirti" jechuun irra deebiin ibseera.

Odeeffannoo biyya keessaafi kan idiladdunyaa, waa'ee marii nagaa USfi Iraan jalqaban jedhamuu dabalatee, jala buunee isin biraan geenya.

Toora marsariitii marsariitii, facebook, YouTube, fi WhatsApp BBC Afaan Oromoo irraa odeeeessawwan haaraa hordofuu dandeessu.

Nu hordofaa!