MM Abiy waraana Iraan gidduutti gara UAE maaliif imalan?
Barreeffamni kun qabiyyee [social_media-site]n dhiyaatan qaba. Tarii 'cookies' fi teknolojiiwwan biraa fayyadamuu waan danda'aniif, osoo tokkoonsaa gadi hin buufamiin dura hayyama keessan gaafanna. Osoo hin simatin dura Google YouTubeimaammata cookies fi imaammata mateenyaa dubbisuu barbaadda ta'a. Qabiyyee kana ilaaluuf 'waliigaluun itti fufi' filadhu.
Xumura maxxansa YouTube
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad osoo Giddugala Bahaatti waraanni hammaatee itti fufee jirutti UAE daawwataniiru.
Wanti yeroo kana garas isaan imalsiise maali? Gama kaaniin, Tiraamp odola Iraan akkaan gati jabeessa taate haleelaniiru. Iraanis deebii kenniteetti. Daawwadhaa!











