Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Iraan ollootasheee haleelte dhiifama gaafattus haleellaan itti fufe

Pirezidantiin Iraan biyyoota Baha Giddugaleessaa haleeluusaanii dhiifama gaafachaa yeroo jirutti, dirooniin buufata xiyyaaraa Dubaayitti dhiyoo haleele. Buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Dubaayitti dhiyoo dhohisi dhaga'amuu BCn viidiyoo haleellaa gaggeeffame agarsiisurraa mirkaneeffateera.

Guduunfaa

Tiraamp gaggeessaa Iraan haaraa ofii keenyaa filuu barbaanna jedhe; Iraan tole jettii?

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

Ashamaa!

Tamsaasa kallattii keenya eegalleera!

Waraana Baha Giddugalaa dabalatee odeeffannoo biyya keessafi idiladdunyaa jala buunee isin biraan geenya.

Karaa Marsariitii, Facebook, YouTube fi WhatsApp BBC Afaan Oromoo odeeffannoo isin biraan geenyu ni argattu.

Tamsaasa kallattii keenya asii argattu!

Dhiyaadhaa!