Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Chaayinaafi US michoota malee, masaanota walii ta’uu hin qaban- Pirezidantii Chaayinaa

Chaayinaafi US michoota walii malee masaanota walii ta’uu hin qaban jechuun Pirezidantiin Chaayinaa, Ministira Dhimma Alaa US Antoonii Bilinkaniti himan

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Gafarsi mataa keelloo 'Donaaldi Tiraamp' jedhame ijoo dubbii tahe

  2. Biyyootni Afrikaa oomisha boba'aatiin dursan kam fa'i? Badhaadhaniiruu?

  3. Tilmaama taphoota xumuraa Piriimerliigii Ingiliz Arsenaal shaampiyoonaa ta'uun mirkanaa'e

  4. Raayyaan Ittisa Biyyaa dhimma 'Tsimdoo' ilaalchisee hawaasa dippilomaasii Finfinnee jiruuf ibsa kennuu hime

  5. Bulchiinsi Tiraamp godaantonni Ameerikaa keessa taa'anii giriin kaardii iyyataa jiran biyyaa akkaa bahan murteesse

  6. Ji'oota sadi, Tiraamp waraana Iraan keessatti mo'amaa jiraa?

  7. Dorgommii waraana roobootii biyyoota gidduutti gaggeeffamu yaaddessaa ta'e

  8. Afaan namni hundi dubbatu- kubbaan miillaa akkamiin addunyaa jijjiire?

  9. Itoophiyaan ulaa galaanaa akka hin arganneef Masiriin marsitee qoccolaa jirti- Ministira Dhimma Alaa

  10. 'Maatiikootti ergan ajjefame itti himamuu wayya' - Lammiilee Itoophiyaa Sa'udiitti du'a eeggataa jiran

  11. Ameerikaan loltoota 5,000 ol gara Poolaanditti erguufi - Tiraamp

  12. Kuubaan Ameerikaaf yaaddoo nageenyaa biyyaalessaati jedhan Ruubiyoon

  13. Waancaa injifachuu keenya ilma kootu natti hime, ani tapha Siitiifi Bornimaaz hin ilaalle ture - Arteettaa

  14. IJOO

  15. Namoonni beekamoon addunyaa waa'ee shaampiyoonummaa Arsenaal maal jedhan?

  16. Gaafa narraa fuudhan akka nama ilmoo kiyya kennetti natti dhagahame-Hamziyyaa Abdulqaadir

  17. Qabxiilee murteessoo Arsenaal akka shaampiyoonaa tahan taasisan

  18. IJOO

  19. Gamtaan Awurooppaa dhorkaa viizaa Itoophiyaarra kaa'ee ture kaase