Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Chaayinaafi US michoota malee, masaanota walii ta’uu hin qaban- Pirezidantii Chaayinaa

Chaayinaafi US michoota walii malee masaanota walii ta’uu hin qaban jechuun Pirezidantiin Chaayinaa, Ministira Dhimma Alaa US Antoonii Bilinkaniti himan

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Peep Gaardiyoolaa dhimma Filisxeem, Sudaan irratti maal jedhu?

  2. Tibbana dhimma Hidha Haaromsaa fi Tiraampiin doorsifamuun maqaansaa kan ka'e Tireevar Nohaa eenyu?

  3. Salaaletti tajaajilli bilbilaa fi intarneetii guyyootaaf adda cite

  4. Sirna Gadaa Oromoo walakkaa jaarraaf qorachuun addunyaatti kan beeksisan Prof. Asmaroom Laggasaa eenyu?

  5. Haasaa MM Abiy parlaamaa irratti taasisaniif Ertiraan deebii kennite

  6. Haleellaan ISIS xiyyaarota Itoophiyaan kireessite irratti raawwate maal ture?

  7. Kiristiyaanoo Roonaaldoo Sa'uudiitti maaltu mudannaan tapharraa hafe?

  8. Qabxiilee ijoo shan MM Abiy Ahimad paarlaamaatti dubbatan

  9. 'Ummata Iraan kana booda sodaachisnee bulchuu hin dandeenyu' jechuun qondaalonni Ayaatolaatti himan

  10. J-20A: Xiyyaara Chaayinaa waraana qilleensarraa addunyaa jijjiiraa jiru

  11. Masrii, Turkii fi Qaatar, Ameerikaa fi Iraan Ankaaraatti walitti fiduuf

  12. Bulchiinsi yeroo Tigraay walitti bu'iinsi humnoota Federaalaa waliin godhame "kan ta'uu hin qabne ture" jedhe

  13. Yunaayitid leenjisaa haaraa jalatti mo'achuutti deebi'e, Siitifi Astoon Viilaan Arsenaal biraa gufatan

  14. Sanadi yakkamaa saal-qunnamtii Eppistiin namoota siyaasaa UK fi Noorway raasaa jira

  15. 'Arsenaal barana waancaa hin mo'atu taanaan ofuma qofa komachuu qaba'

  16. US Iraan haleelti taanan guutummaa naannichaatti waraanatu ka'a- Ayaatolaa Kameenii

  17. Israa'el maaliif mootummaan Iraan akka kufuuf Tiraamp amansiisuuf yaaltii?