Ogeessa maasaajii Girmaa Getaachoo: 'Deeggarsa keenya malee atileetotaaf itti cima'
Maxxanfame
Akkuma leenjisaan, ogeessi fayyaa, kan nyaata qopheessuufi kaanis barbaachisan ogeeyyiin maasaajii dhimmi isaanii hammana hin dubbatamnees gumaachi isaan milkaa'ina atileetiksiif qaban olaanaadha. Ta'us, beekamtii hin arganne jechuun komatu.
