Buqqa’uun gidiraa mucaa dhukkuba lafee qabuu daran hammeesse

Ibsa waa'ee viidiyoo, Buqqa’uun gidiraa mucaa dhukkuba lafee qabuu daran hammeesse
Buqqa’uun gidiraa mucaa dhukkuba lafee qabuu daran hammeesse
Maxxanfame

Waraana Israa'el-Hamaas gaggeessaa jiraniin dararamuun jiraattota Gaazaa itti fufeera.

Keessumaa daa'imman dhukkubsatan hordoffii fayyaa barbaadaniif ammoo daran hmmaataadha.

Waraanni wayita gaggeeffamaa jirutti haala daa'immni dhukkuba lafee qabu kun itti jiru daawwadhaa.