Imbasiin Itoophiyaa UAEtti argamu lammiilee attamiin gargaaraa jira?

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Imbasiin Itoophiyaa UAEtti argamu lammiilee attamiin gargaaraa jira?
Maxxanfame

Lammiileen Itoophiyaa hojii fi jireenya fooyya'aa barbaacha gara biyyoota Baha giddu galaa imalan baayyen jireenya cimaa keessa akka darbantu himama.

Rakkoolee kanaaf maddisaa maal akka ta'ee fi yeroo ammaa rakkoo lammiileen kunnneenii furuudhaaf waan hojjatamaa jiru, akkasumas dhimma walitti dhufeenya biyyoota lamaanii ilaalchisuun, Yunaayitid Araab Emireetsi (UAE)tti Ambaasaadarri Itoophiyaa Umar Huseen turtii gaazexessaa BBC Afaan Oromoo gara sanatti imalee waliin taasisaniin akkasiin ibsan.

Kunooti dhiyaadhaa!

AMbaasaadar Umar Haasan

Madda suuraa, BBC