Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Waa'ee garee 'kinatii' bulchiinsa Dargii dhaggeessanii beektuu?
Maxxanfame
Waa'ee garee aartii 'kinatii budin' jedhamun beekamuufi bara bulchiinsa Dargii turee dhaggeessanii beektuu?
Garee artii sana keessaa tokko kan ta'e garee aartii daa’imman guddattuu Jimmaa ganda Bossaa 4 isaan tokko.
Gareen kunis faaruuwwan ittiin beekaman keessaa tokkoo, faaruu bunaa kan ‘Bunnaa Bunnaa’ jedhudha.
Hogganaa garee fi miseensoota garee aartii kanaa waliin turtiin taasifne viidiyoodhaan kunooti.