Guduunfaa
Maxxanfame
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Ameerikaan miidiyaa mootummaa Raashiyaa irra dhorkaa haaraa keesse
- Raashaan dippilomaatota Biritishi basaasaan himatte
- Humni addaa Israa'el Siiriyaa keessatti buufata misaa'elii haleele
- Tiraamp Kaamalaa Haariis waliin falmii biraa hin fedhu jedhan
- Abbaafii ilmi billacha hatuuf yaalan $200,000 adabaman
- Biyyi waraana gara Somaaliyaa fide hin jiru- MM Somaaliyaa
- Miseensonni raayyaa 178 Izii Kaabaarratti haleellaa raawwataniif duuti itti murtaa’e gadhiifaman
- Haleellaa Israa'eliin kibba Gaazaatti 40 ajjeefaman - Hamaas
- Gareen Itoophiyaa Kongootiin 2-0 mo'ame
- Firiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12 ifoome
- Itoophiyaan 'doorsisa irra deddeebii Masriitti' akka xiyyeeffannoo kennu UN gaafatte.








