Odeessi kun haqameera: 'Jireenya daa'imman sadii waraana Gaazaa keessatti lubbuun hafan hordofne. Kunoo waan arganne'
Maxxanfame
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
Guraandhala 21 haaromfame: Erga tamsaasa dokumeentarii kanaatii as, abbaan seeneessaa fiilmichaa, daa'imni Abdullaah jedhamu, mootummaa Gaazaa keessatti Hamaasiin gaggeeffamutiif akka itti aanaa ministeera qonnaa ta'uun hojjechaa akka ture BBCn hubateera.
Fiilmiichi seenaa barbaachisoo himamuu qaba jennee yaadne, muuxannoo daa'imman Gaazaa keessa jiranii kan agarisiisuudha.
Saganticha ilaalchisee gaaffii itti fufiinsaaan ka'aa jiran ilaalchisee, BBCn fiilmiin kun dhaabbata hojjatee waliin qorannoo barbaachisaa dabalataa wayita gaggeessinutti iPlayer irratti akka hin argamne ibsa haaromfame fuula Sirreeffamaa fi Qulqulleessituu keenya irratti maxxanseera. Kanaafuu, barreeffamni kunis bu'uuruma walfakkaatuun haqameera.








