Waan Ofii: Konkolaataa dargaggoo Naafyaad waantoota qe'eemaa argateen tolfate

Ibsa waa'ee viidiyoo, Waan Ofii: Konkolaataa dargaggoo Naafyaad waantoota qe'eemaa argateen tolfate
Waan Ofii: Konkolaataa dargaggoo Naafyaad waantoota qe'eemaa argateen tolfate
Maxxanfame

WAAN OFII

Ofumaan hojjetee ofumaan ooffata.

Dargaggoo Naafyaad Mokonnon jedhama.

Morora doqdoqee fooyyeessee meeshaalee naannootti argamurraa konkolaataa tolfate.

Amma konkolaataa sadii Adaamaa dabalatee qe'ee dhalootasaarra darbee Shawaa Bahaa keessa ittiin naanna'aa jira.

Waan dargaggoon kun jedhu dhaggeeffadhaa.