Dureettii addunyaan walbaraa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Dureettii addunyaan walbaraa
Dureettii addunyaan walbaraa
Maxxanfame

Aliis Waalton jedhamti. Qabeenyaan dubartoota addunyaarra jiran keessaa tokkoffaadha.

Akka dubartiitti qofa osoo hin taane addunyaa irratti warra tarree biiliyenaroota jalqabaarra jiran keessaas ishee fuuldura irratti argamtudha.

Gabaasa guutuu asii dubbisaa.