'Maaliif boombii nutti gadhiistu?': Ollaa Gaazaa halkan tokkoon daaraa ta'e

Ibsa waa'ee viidiyoo, Wiirtuun Magaalaan Gaazaa duraan sooressoonni keessa jiraatan amma kan fakkaatu
'Maaliif boombii nutti gadhiistu?': Ollaa Gaazaa halkan tokkoon daaraa ta'e
Maxxanfame

Giddugalli Gaazaa gamoowwan garagaraa 25 jiraattoti 5,000'tti tilmaamaman keessa jiraatu jedhamee yaadamu bakka soreeyyiin keessa jiraatan ture.

Haa ta'u malee, akka jiraattonni jedhanitti haleellaa Israa'el raawwatteen halkan tokkoon daaraa ta'ee bule.

Haleellaan raawwatuu dura akeekkachiisi gabaabaa akka kennameef BBC'tti himani. Haleellaan kuni namoota kumaaan lakkaa'aman bakka jireenyaa malee hambise.