Dhaabbanni Keeniyaa kun maaliif bofa 'horsiisa'?
Dhaabbanni Keeniyaa kun maaliif bofa 'horsiisa'?
Maxxanfame
Addunyaarra waggaatti namoonni miiliyoona 5.4 tahan bofaan hiddamuun, kanneen 138,000’tti siqan lubbuu dhabu.
Dhaabbanni Keeniyaa tokko rakkoo kana hir'isuuf bofa walitti qabuun 'horsiisa'.
Hooggantuun dhaabbata 'Watamu Snake Park' Aadde Aliisan Olport, "bofi baay'ee miidhagoodha," jechuun ibsiti.
Viidiyoo: Eliyaas Mulugeetaa Hordofaa



