‘Nyaanni hin jiru ijoollee akkamiinan hoosisaa?’ - Haadha Gaazaatti lakkuu afur deesse
Maxxanfame
Imaan al -Maasiriin dhiyeenya ijoollee lakkuu afur hospitaala kibba Gaazaatti deesse.
Kun ammoo sababa waraana Israa'el-Hamaasirraa kan ka'een qe'eerraa buqqa'anii bakka baqaattidha.
Waan deessuufi maatiin ishee dubbatan daawwadhaa.












