Filisxeemota miidhaman dabarsuuf daangaa Raafaah yeroo jalqabaaf baname

Ibsa waa'ee viidiyoo, Filisxeemota miidhaman dabarsuuf daangaa Raafaah yeroo jalqabaatiif banameera
Filisxeemota miidhaman dabarsuuf daangaa Raafaah yeroo jalqabaaf baname
Maxxanfame

Waraanni Israa'el-Hamaas erga eegalee kaasee Gaazatti namoonni miidhaman yeroo jalqabaaf kaleessaa jalqabee waldhaansaf gara Masiriitti imalaa jiru.

Kunis ulaan Raafaa daangaa Masiriifi Gaazaa jidduu jiru banamuusaatini.

Viidiyoo kana daawwadhaa.