Ineessee: Sirba aadaa qeerroofi qarree
Ineessee: Sirba aadaa qeerroofi qarree
Maxxanfame
Oromiyaa bakka garaa garaatti sirbi aadaa hawaasni ittiin jaalaa waliif qabu, jaalala loonsaaf qabuu akkasuumas gootoota kabajuufi leellisuu fakkaatan ittiin ibsatan jira.
Keessattuu sirbi aadaa qeerroofi qarreen qophiiwwan garaa garaa irratti waliin sirban, darbees ammoo sirna akkasiirratti walii kaadhiimmatan ykn jaalalee itti argatan jira.
Har'aafis sirbi aadaa Ineessee Oromoo Ormaa biratti qeerroofi qarreen sirban kana BBC Afaan Oromoo akka ittaanuutti isiniif qindeesseera dowwadhaa.






