Dubartiin suphee dha'uuf hojii mootummaa dhiifte, 'dubartoonni harka bareedaa qabna' jetti

Maxxanfame

Dubartii bilisummaa Eritiraaf qabsooftee, barsiisummaafi galmeessituu sanadaa tahuun erga tajaajilteen booda ogummaa suphee jaalattu dalaguuf hojii mootummaa gadhiiste.