Dubartiin suphee dha'uuf hojii mootummaa dhiifte, 'dubartoonni harka bareedaa qabna' jetti

Ibsa waa'ee viidiyoo, Dubartiin suphee dha'uuf hojii mootummaa dhiifte, 'dubartoonni harka bareedaa qabna' jetti
Maxxanfame

Dubartii bilisummaa Eritiraaf qabsooftee, barsiisummaafi galmeessituu sanadaa tahuun erga tajaajilteen booda ogummaa suphee jaalattu dalaguuf hojii mootummaa gadhiiste.