Hojii dhabdummaa: "Wantin gatii gudda itti baasee homaa irraa dhabe barnoota"
Maxxanfame
Waggaa waggaatti barattoonni kumaatamaan lakkaa'aman ni eebbifamu, hojii argachuun garuu daran rakkisaadha.
Kun seenaa barataa keemikaal injinariingiin eebbifamee wayita ammaa kana kophee qulqulleessee jiraata jiruuti.