Isheen Eenyu1 : Jiruu biyya Arabaatii irraa hanga investeraa, seenaa Fatihaa Mohaammad
Maxxanfame
Umurii daa'imummaatti biyya arabaaa kan deeman Aadde Fatihaan jiruu biyya Arabaa keessa darbuun akkamiin gara hojii investimentiitti akka ce'an muuxannoosaanii nuuf qoodaniiru.