Muuziin addunyaa irraa baduufii?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Muuziin addunyaa irraa baduufii?
Maxxanfame

Dhibeen Muuzii addunyaa irraa balleessu kutaalee addunyaa hedduu keessatti babal'ataa jira.