Mucaan waggaa lamaa baabura irraa kufuun baraarame
Maxxanfame
Mucaan waggaa lamaa baabura irraa kufee haatii gargaarsaaf iyyinaan dargaggoonni baraarame. Dargaggoon kunis gocha raawwatameef dinqisifannaa argateera.