Sammuun dhalattuu waan yaaddu seetuu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Sammuun dhalattuu waan yaaddu seetuu?
Maxxanfame

Sammuunni daa'imman dhalattuu ni yaada jennee tilmaamuun rakkisaadha. Haa ta'u malee oduu gara UK dhagahame tokko maal akka yaadan adda baasuuf saayintistoonni qorannoo gaggeessaa jiru jedha.