Haleellaan diroonnii Hezboollaan buufata waraanaarratti raawwateen Israa'el naasise

Haleellaan diroonii Hezboollaan buufata waraanaa Binyaaminaa irratti raawwate erga Israa'eliin wal waraanuu eegalanii haleelaa isa cimaadha jedhameera.