Filannoo Keeniyaa 2022: Pirezidantii Keeniyaa ta'uuf warri dorgomaa jiran eenyu fa'i?

Maxxanfame

Keeniyaan Haggaya dhufaa keessa pirezidaantii haaraa filachuuf qophiitti jirti. Ofii eenyu fa'ituu pirezidaantummaaf dorgomaa jiraa? Maqaa tokkoo tokkoo kaadhimamtootaa irratti yoo cuqaaftan eenyummaasaanii ni hubattu