Baaluniin Itoophiyaa keessatti bashannanuu

Maxxanfame

Bashannanni Baaluniidhaan balali'uu Itoophiyaa keessatti maal fakkaata? Balaliisaa fi namoota bashannanaaf ittiin balalii'an waliin turtii taasifneerra.