Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Magaalaa Gaanaa namoota gurraan hin dhageenye wal fuudhuu dhorkite
Maxxanfame
Magaalaa Gaanaa Akiraatti dhiyoo jirtu Adomoroobee keessa jiraattonni dhibbeentaa 3 dhagahuu hin danda'an. Asitti namootni gurraan hin dhageenye lama akka wal fuudhan ni dhorkamu ture.