Hojii dubartoonni mana keessatti dalagan akka damee diinagdee tokkootti

Maxxanfame

Dubartoonni hojii mana keessaa dalaganiif nuuf haa kaffalamu jedhanii otoo gaafatanii gatiin hojii isaanii meeqa kan baasu isinitti fakkaata?

Hojiin mana keessaa irra jireessaan dubartootaan hojjataman kan akka ijoollee kunuunsuu, nyaata bilcheessuu, qulqullina eeguu, bishaan waraabuu, qoraan cabsuu fi namoota dhukkubsatan gargaaruu fa'i ni dabalata.

Viidiyoon: Firaa'ol Balaay, Yaadataa Birhaanuu fi Habtaamuu Xibabuu