Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Artisitii 'tokkummaa Oromoo lallabe' - Nuhoo Goobanaa 1948 - 2022
Maxxanfame
Weellisaan umuriisaa guutuu waa'ee tokkummaa Oromoo lallabaa ture Nuhoo Goobanaa, Amajjii 18, 2022 addunyaa kanarraa du'aan boqote.
Boqochuun isaa dhaga'amuu hordofee dinqisiifattoonni isaafi ummanni Oromoo bal'aan gumaachi artiifi qabsoo guddaa artistiin gameessi kun taasisaa tureefi seenaan yoomiyyuu isa yaadata jedhan.