'Faarfannaan muuziqaa biyya keenyaaf gumaacha guddaa godhe' - Ermiyaas Sanbatoo

Maxxanfame

Ayyaana guyyaa dhalachuu Iyyasuus Kiristoos bara kanaa sababeeffachuun ogeessa muuziqaa fi faarfataa Ermiyaas Sanbatoo BBC waliin turtii gabaabaa godheera.