Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Dr. Naahom Giruum - hakiimaa waliigalaafi barsiisaa ta'uun ragaduu isa hin dhorkine.
Maxxanfame
Dr. Naahom Giruum - hakiimaa waliigalaafi barsiisaa ta'uus yeroo itti ragaduufi shubbisu hin dhabu.
Saatii namni sha'ee dhufuaatti inni shubbisuu jaallata.
Barataa cimaa kan ture Dr. Naahom, barachuufi ragaduus waliin deemsisaa ture.
Ragadaafi shubbisa maaliif jaallate doktorri kun? Isumarraa dhaga'aa.