Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Daarikteraa fi haadha qabeenya dhaabbata Liluyaan
Maxxanfame
Shamarree Iyyarusaalam bu'aa ba'ii dheeraa keessa dabartulleen ogummaa keessoo ishee jiruun milkaa'urraa hindanqamne. Akkasiin seenaa fi hojii ishee ilaalchisuun BBCtti dubbatte.