'Jimma muka kabajaa sadiin keessummaa simata' - Abdulkariim Abbaa Garoo

Maxxanfame

Luki sadan barcumaa nagaa, jaalalaa fi tokkummaa ibsa jedhu Abdulkariim Abbaa Garoo, ilmi mootii Abbaa Jifaar sadaffaa.