Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
'Rakkoon nageenyaa kan jiru Facebook fi miidiyaarra' - Pireezidant Shimallis Abdiisaa
Maxxanfame
Filannoo guyyaa Wiixataan buufata filmaataa magaalaa Giinciitti argamuun sagalee kan kennan Pireezidantiin MN Oromiyaa Shimallis Abdiisaa, turtii addaa BBC wajjin godhaniiru.
Rakkoolee nageenyaa naannichatti argamurratti kan gaafataman aanga'aan kun ''Rakkoon nageenyaa kan jiru Facebook fi miidiyaarra,'' jechuun deebisan.
Dhimmoota kaanirrattis dubbataniiru - daawwadhaa.